LibreOffice 7.6 Help
Caancala kana Akaakuu Kasaa isa saaguu barbaadduu, ifteessuu fi qindeessuudhaaf itti fayyadami.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose Insert - Table of Contents and Index - Table of Contents, Index or Bibliography - Type tab (depending on the type)
Caancalii kun, Akaakuu kasaa isa filatte irratti hundaa'uun, dirqalawwan kanatti aanan qabaata.
The following options are available when you select Table of Contents as the index type.
Dirqalawwanii itti aanan, yeroo ati Kasaa Aabaa, akka Akaakuu kasaatti filattu ni jiratu.
The following options are available when you select Table of Figures as the index type.
Dirqalaawwanii itti aanan, yeroo ati Kasaa Gabateewwanii , akka akaakuu kasaatti filattu jiraatu.
Dirqalawwanii itti aanan, yeroo ati Hiika Fayyadamaa , akka akaakuu kasaatti filattu jiratu.
Filannoon kanaan gaddii kan jirataan, yammuu akka Wantaa kan Gabatee , akka akaakuu kasaatti filatu dha.
Dirqalaawwan itti aanan, yeroo ati Murquussaa, akka Akaakuu kasaatti filattu jiraatu.
Matadureewwan Walfakkatan
Qabeentaaf Kasaawwan fayyadamuun
Saagi - Kasaawwaniif Gabateewwan - Galfata