LibreOfficeDev 24.8 Help
Waliigala LibreOfficeDevtiif fuula gargaarsaa irratti ajajoota muraalee hunda irratti kan tahu, kan akka foddootaa fi baaffattota, maamila LibreOfficeDev, maddoota deetaa, galmaayaa faayataa fi Harkisuu fi kaa'uu argachuu dandeessa.
Muraalee biroo wajjin gargaarsa yoo barbaadde, muraalee sanaaf sanduuqa makaa naannoo naanna'insaa keessaa wajjin gargaarsaaf bancufi.
Argamiinsi faankishinii kanaa Taliigaa Foddaa X kee irratti hundaa'a.
Mul'ina maqaalee sajoo akeektuu hantuutte fi qabeentota Gargaarsaa biroo irratti dandeessisa.
Mul'ina ibsa cuunfamaa bafattootaa fi sajoo akeektuu hantuutte irratti dandeessisa.
Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOfficeDev tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOfficeDev Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.