Enable JavaScript in the browser to display LibreOfficeDev Help pages.
Jijjiirtuu Galmee
Galmeewwan gara dhangii OpenDocument XML, LibreOfficeDev dhaan fayyadameetti garagalchuudhaan galmicha jijjiira.
Choose File - Wizards - Document Converter .
The wizard converts documents from Microsoft Word, Excel and PowerPoint. The source files are only read, not edited. New target files are written with the new file name extension in the same or a new folder.
Masakaan jijjiirtuu galmee fuulota armaan gadii of keessatti qabata:
Specifies the type of Microsoft Office documents that will be converted.
Akaakuu qajojii fi akaakuu galmee hundaaf, galeeloo irratti barreeffamuu fi irraa barreeffamu ifteessa.
Goolaba jijjiirtuu galmee
Yommuu Jijjiiri cuqaaste, goolaba jijjiiramuuf ta'uu galmee agarsiisu mul'isa.
Dhiisi
Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.
Duuba
Filannoo gulantaa duraa keessati uumte akka ilaaltu sii hayyama. Qindaa'inootni ammaa ni ol kaa'amu.
Kan itti aanu
Qindaa'inoota ammaa ol kaa'un gara fuula itti aanuti fufa.
Jijjiiri
Qaaqa keessa gara fulduraatti yoo cuqaafte, qabduun kun itti aanee jedhama. Fuula jalqabaa irratti qabduun maqaa Jijjiiri qaba. Jijjiirraan qabduu cuqaasuun raawwatama.