Akaakuu Taattoo Tarjaa fi Kabala

Akaakuu taattoo fuula duraa Taattoo Masaka irraa filuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Insert - Chart - Chart Type...

From the tabbed interface:

Choose Insert - Chart - Chart Type...

From toolbars:

Icon Insert Chart

Insert Chart

Then choose Column or Bar.


Tarjaa

Akaakuun kun taattoo kabala yookan caatoo kabala sarjaa kabalootaa waliin agarsiisa. Dheerinni kabala tokkon tokkoo gitaawaa gatii isaati. Siilloon x akaakuu agarsiisa. Siilloon y gatii akaakuu tokkoon tokkoo agarsiisa.

Normal

Baratamoo - Akaakuu xiqqaan gatii deetaa akaakuu hunda walitti aansee dhufuu agarsiisa. Xiyyeffannoo guddaan tokkoon tokkoo gatii deetaa kan biroo waliin wal dorgomsiisu dha.

Icon Normal

Normal

Stacked

Walirra Tuulaa -Akaakuu xiqqaan gatii deetaa akaakuu tokkoon tokkoo gubbaa walii irratti akka argaman agarsiisa. Xiyyeffanaa guddaan akaakuun hundi fi tokkoon tokkoo gatii akaakuu isaa waliin gahee qabu adda baasudha.

Icon Stacked

Stacked

Percent Stacked

Dhiibbayyaa - akaakuu xiqqaan firummaa dhibbeentaa tokkoon tokkoo gatiii deetaa waligala akaakuu hundaa agarsiisa. Xiyyeffannoo inni guddaan gahee deetaan fira ta'aan gatii hundaaa akaakuu maraan qaban beekudha.

Icon Percent Stacked

Percent Stacked

3D View

Gatii deetaa 3D view dandeessisuu dandeessa. Gurmoon "realistic" 3D fakkaatti isaa bareechee mal akka fakkatu kenna. Gurmoon "simple" taattoo mul'annoo waajjira oomisha biroo agarsiisuu yaala.

Taattoo 3D dhhf, boca gatii tokkoon tokko deetaa Saduuqa, silinderii,koonii fi piraamidii irraa filachuu dandeessa.

Kabala

Akaakuun kun kabala taattoo ykn kabala caatoo kabala dalgee agarsiisa. Dheerinni kabala tokkoon tokkoo gatii isaa waliin walgita. Siilloon y akaakuu agarsiisa. Siilloon x gatoo akaakuu hundaa agarsiisa.

Akaakuu xiqqaan gosa tarjaa waliin walfakkata.