LibreOfficeDev 26.2 Help
Dalagaan Gingilcha ufmaa sarjaawwan deetaa tokko yookiin ol irratti sanduuqa makaa kan tarreewwan mul'atan filachuuf si dandeessisu saaga.
Sarjaawwan gingilcha ufmaa irratti fayyadamtu filadhu.
Deetaa - Gingilchi - ufmaan gingilchifiladhu. Xiyyootni sanduuqa makaa hammanga tarree jalqabaa filatame keessatti ni mul'atu.
Xiyya gadbuusaa irraantoo sarjaa keessaa cuqaasuudhaanii fi waanta filachuudhaan gingilchaa kaachisi.
Tarreewwan qabiyyeen isaanii ulaagaa gingilchaa guutu qofatu mul'ata.Tarreewwan biroo ni gingilchamu.Akka tarreewwan gingilchamanii turan lakkoofsota tarree addaan citoo irraa arguu dandeessa.Sarjaan gingilchaaf fayyadee ture qabduu xiyyaatiif halluu addaatiin addaan baafatama.
When no cell range is selected, the AutoFilter will apply to the column up to the first empty cell. Please ensure that you select the appropriate range before applying the AutoFilter.
When the cell range is expanded to include additional non-empty cells, the AutoFilter automatically adjusts the filter range to encompass these new cells.
Yeroo gingilcha ufmaa dabalataa sarjaa hammanga deetaa gingilchame kan biraa irratti raawwattu,achumaan sanduuqni makaa deetaa gingilchame qofa tarreessa.
To display all records again, select the all entry in the AutoFilter combo box. If you choose Standard, the dialog appears, allowing you to set up a standard filter. Choose "Top 10" to display the highest 10 values only.
Fayyadama gingilcha ufmaa dhaabuuf,man'eelee ejjatoo 1 keessatti filataman hunda lamuu filadhuutii Deetaa - Gingilchi - Ufmaan gingilchi fili.
Gingilcha ufmaa garaagaraa wardii garaagaraatti ramaduuf,dursitee tokkoon tokkoo wardii irratti hammanga kuusaa deetaa qindeessuu qabda.
Dalagaaleen herregaas man'eelee sababa gingilchaa raawwateen hin mul'anne xiyyeeffannaa keessa galchu.Fakkeenyaaf,ida'amni sarjaa hundaa gatii mara man'eelee filatamanii ta'a.Dalagaa CITA IDA'AMAA yoo man'eeleen erga gingilchi raawwatee mul'atan qofti xiyyeeffannaa argachuuf ta'an raawwadhu.