Galaaleen wantaa mojuuloota fi qaaqalee LibreOfficeDev keessatti uumaman hundaaf ilaalcha gubbaa kenna.
Galaalee wantaa agarsiisuuf sajoo Galaalee Wantaa kamshaa Maakroo keessa jiru cuqaasi.
Qaaqan tarree wantootaa hundaa walqabannoodhaan kaa`aman argisiisa.Galfata tarree irratti kuruuchuun lama jaldhufa wantootaa ni bana.
To display a certain module in the Editor or to position the cursor in a selected SUB or FUNCTION, double click on the corresponding entry.