LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

FreeFile Function

Faayilii banameef lakkoofsa faayilii itti aanuun argamu deebisi. Lakkoofsa faayilii kan duranuu faayilii ammee banameen hin gargaaramne gargaaramuun faayilii banuuf faankishinii kannatti gargaarami.

Syntax:


FreeFile

Return type:

intergaa

Parameters:

Faankishiniin kun hima baname duratti hatatamaan gargaara.Faayiliin Duwwaan lakkoofsa faayilii itti aanee argamu deebisa, garuu faallaa hin godhu.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

67 Faayiloota hedduu 67 Faayiloota hedduu 67 Faayiloota hedduu

Example: