LibreOfficeDev 27.2 Help
Please support us!
Faankishinoonni armaan gadii qabiyyeewwan diraawwanii irra deebi'u.
Diraa hamma iddoowwan ibsamanii qabu deebisa.
Akkaataa arfii ibsameen ,ykn arfii jalqabaa himata diraa kan faankishinichatti darbeetiin diraa uuma.