LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

Ofiinherreegaa

Formulaawwan hundaa kan galmee keessaa ofuumaan lamherreega.

Erga man'ee barruu jijjiramee man'eewwan hundi lamherregama.Taattowwan kamiyyuu kan barruu keessaa jiru ni haroomfama.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Data - Calculate - AutoCalculate.