LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

Maadheelee Danuu Filachuu

Hammangaa rogafree filadhu

Qabduu hantuutee cuqaasuudhaan, xiyyoo tokko irraa gara xiyyoo faallaa hammangaa isa shaffaxaatti harkisi.

Maadhee baaqqee mallatteessi

Kan armaan gadii keessaa tokko dalagi:

Man'eelee faca'an garaagaraa filadhu.

Kan armaan gadii keessaa tokko dalagi:

Haalata mallatteessuu dabarsi

Kabala haalataa irratti, gara haalata mallatteessuu dabarsuuf sanduuqa waayoo STD / EXT / ADD qabu cuqaasi:

Qabiyyeewwan dirree

Bu'aa hantuutee cuqaasuu

STD

Cuqaasni hantuutee maadhee irratti cuqaaste filata. Maadheelee mallattaa'an mara mallattoo irraa nulqa.

EXT

A mouse click marks a rectangular range from the current cell to the cell you clicked. Alternatively, Shift-click a cell.

Dabali

Cuqaasni hantuutee man'ee keessaa gara man'eelee duraan mallattaa'aniitti dabala. Cuqaasni hantuutee man'ee mallattaa'e keessaa man'ee mallattoo irraa mulqa. Karaa biraatiin, man'eelee -cuqaasi.


Quick selection of a cell block

To select a rectangular block of cells surrounded by empty cells, place the cursor inside the block and press Ctrl + A.