LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

Gabateewwan Naannessuu(Transposing)

LibreOfficeDev Calc keessatti, wardii akka tarreewwan gara sarjaawwan fi sarjaawwan gara tarreewwanii jijjiiraman karaan "naannessuu" ni jira.

  1. Hammangaa maadhee kan naannessuu barbaadde filadhu.

  2. Gulaali - Muri filadhu.

  3. Maadhee gubbaa bitaa maadhee bu'aa keessaa ta'u cuqaasi.

  4. Gulaali - Adda Maxxansi.

  5. Qaaqa keessatti, Hunda Maxxansi fi Geeddari malkateessi.

    Yoo amma TOLE cuqaaste sarjaawwanii fi tarreewwan ni naanna'u.