LibreOfficeDev 27.2 Help
Please support us!
Jechi ammaa qubee guddaadhaan akka jalqabu barruun OfmaaSirreessaadhaan sirreeffameera. OfmaaSirreessaan jechoota jalqaba keewwatarraa, jechoota arfii dhuma himaa booda dhufanii (tuqaa, mallattoo raajeffannoo, mallattoo gaaffii) jijjiira.
Ajaja kana bira gahuuf...
Choose Tools - AutoCorrect - AutoCorrect Options - Options tab.
Matadureewwan Walfakkatan
Beekuma URL ofumaan dhaamsuu
OfDhangi'aa fi OfiinSirreessaa Dhaamsuu