LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

OfmaaSirreessaan kakaafameera

Mallattoon waraabbii dachaa (") bakkabuufameera

Barruun kee kan sirreeffamu OfmaanSirreessaa kunis mallattoon waraabbii dachaa mallattoo waraabbii tipoogiraafiitiin bakka bu'u taasisa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - AutoCorrect Options - Localized Options tab.