LibreOfficeDev 27.2 Help
Please support us!
Specifies the name of the form and how to proceed.
Ajaja kana bira gahuuf...
Unka UmuufMasakawwan fayyadami faayilii foddaa kuusaa deetaa cuqaasi.
Maqaa unkichaa ifteessa.
Deetaa galchuu fi mul'isuuf unkicha ol kaaya akkasumas akka unka galmeetti bana.
Teessuma jijjiiruuf unkicha ol kaaya akkasumas gulaala halata keessatti isa bana.
Masakaa unkaa