LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

Fuula irraa Naannoo Maxansaamuu Danda'an Keessaa isa Olaantoo Filuu

Maxxansaalee hundi hanga qarqara waraqaatti maxansuu hin danda'ani. Hedduun isaanii mudana hin maxansamne dhiisu.

LibreOfficeDevn amala gari-ofmaa kan gara qarqara waraqaatti hanga danda'ame siiqsitee maxansuuf si gargaaran qaba.