LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

Haaromsi

Ajajni kun foormulaa galmee foddaa keessa jiru ni haaroomsa.

Jijjiraamni foddaa Ajaja keessa ofumaan kan haaromsu yoo Haaromsi Mul'annoo ofumaani kakaasamera ta'e dha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Mul'annoo - Haaromsi filadhu

Furtuu F9

Kabala Meeshaalee irra,

Icon Update

Haaromsi