Fakkeenyootni armaan gadii akkaata itti mallattooleen kasaale wajjiin LibreOfficeDev Math keessatti itti uumaman ibsa. Gabatee muraa fayyadamuun fakkeenya kan foddaa Ajaja tiif garagalchitee foormulaa kee keessatti fayyadamu ni dandeessa.

D_mn^ size /2 LEFT(3 OVER 2 RIGHT)