LibreOfficeDev 27.2 Help
Please support us!
Kasaa ammaa haaroomsa. Kasaan ammaa, isa qaree of keessaa qabuudha.
Ajaja kana bira gahuuf...
Meeshaalee - Haaromsi - Hunda Haaromsi filadhu
Akkasuumas, kasaa yk qabeentaa keessaa mirga-cuqaasuu nidandeessa, kana booda Kasaa/Gabatee Haaromsi filadhu.
Kasaa yk gabatee ammaa gulaala.
Kasaa yk gabatee ammaa haqa.