LibreOffice SymbolLibreOffice Symbol

Please support us!

Hangiiwwan Lakkoofsa Hiiki

Wantoota walfakkaatan ofumaan lakkaawuu dandeessa kan akka waraabbiiwwan, galmee kee keessaa.

  1. Barruu lakkaawwiif ramaduu barbaaduu maxxansi, fakkeenyaf, "Lakkoofsa Waraabii".

  2. Saagi - Naannoowwan - Kanbiroo filadhu, fi itti aansuun caancalee jijjiiramoota cuqaasi.

  1. Tarree Akaakuu keessaa "Hangii Lakkoofsa" cuqaasi.

  2. Saanduqa Maqaa keessaati "Baanyoo" maxxansi.

  3. Kan kaanan gadii keessaa tokko hojeedhu:

  1. Saagi cuqaasitii, kana booda Cuficuqaasi.