Please support us!

Duplicate

Garagalcha wantoota filatamman tokko ykn tokko olii hojadhuu.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Edit - Duplicate.

Choose Shape - Duplicate.

From the tabbed interface:

On the Draw menu of the Draw tab, choose Duplicate.

From toolbars:

Icon Duplicate

Duplicate

From the keyboard:

Shift+F3


Wantoota Baayyisuu

Baay`ina garagalchaa

Bayi`ina garagalchaa garagalchuu barbaadu galchii.

Gatiiwwan filanootaa

Icon Values

Gattiwwan yabbinaa fi hojjaa wanta filatamee saanduqa qoota sixxee X fi sixxee Y kessattii galchaa akkasumas halluu guutii wantichaas saanduqa jalqabaa kessatti galcha. Kofnii marsaa wantaa filatamee hn galuu.

Teessuuma

Iddoo fi marsaa wanta baayi`ifamee wantoota filatammee waliin madaaluun qindessa.

Siiqqee X

Enter the horizontal distance between the centers of the selected object and the duplicate object. Positive values shift the duplicate object to the right and negative values shift the duplicate object to the left.

siiqqee Y

Wirtuu wanta filatamee fi wnta bayi`ffame gidduu qabenya sardalaa galchi. Gatiiwwan pozativii wanta baayiffammee gara olittii xiyyefammu jijjiiran gatiileen negaativii immoo gara gadittii jijjiruu.

Kofa

Kofa wanta bayi`iffammee ittii naannesuu dandessuu (digrii 0 hanga 359)galchii. Gatileen pozativii wanta baayifamee bita gara mirgattii yemuu marsan gatileen negativii ammoo mirga gara bitaati naanessu.

Guddisuu

Hamamtaa wanta baay`iffamee ifteessa.

Yabbina

Hangamtaa yabbina wanta baayi`ifammee ittii dabaluu ykn hir`isuu barbaaddu galchi.

Hojjaa

Hangamtaa hojjaa wantaa baay`ifammee ittin dabaluu ykn hir`isuu barbaadu sana galchii.

Halluwwan

Wantoota filatamaniif akksumas wantoota baay`iffamaniif haallu iftessa. Yoo garagalcha tokko olii garagalchittee, haaluwwan kunneen garagartoo qaphxii haalu jalqabaa fi maayyii qindessuu.

Eegali

Wantoota filatamanii haaluu filadhu.

Maayyii

Wantoota baayifameef haalu fili. Yoo garagalcha tokko olii kastee jirattee, haalluun kunii gragalcha maayyitiif fayyada.

Interpolation

Select the color space for the intermediate color calculations.

RGB

Creates intermediate colors by linear interpolation in each of the RGB (red, green, blue) component of the start and end colors.

RGB color space

HSL Increasing

Creates intermediate colors in a clockwise direction using the HSL (hue, saturation, lightness) color wheel of the start and end colors.

HSL Decreasing

Creates intermediate colors in a counter-clockwise direction using the HSL color wheel of the start and end colors.

HSL color wheel

Waaltina

Resets the values visible in the dialog back to the default installation values.

Sajoo Ofegannoo

Osoo durtiiwwan irra deebi'anii hin naqamiin dhugoomsi hin mul'atu.