Man'ee Saagi

xiyya issa sajooti ane'e jiru banuuf cuqaasi Man'ee Saagi kamshaa, Man'ee saaguuf, tarree, fi tarjaa man'ee ammeeti.

Sajoo kamshaa meeshaalee:

Icon

Man'oota Saagi

Sajootta kana filuu ni dandessa:

Man'ee Gadi Saagi

Yeroo man'eewwan saagaman,qabeentota hangii filatamanii gara gadiitti hiiqsa.

Icon

Man'oota Gara Gaditti Saagi

Man'ee Mirga Saagi

Yeroo man'eewwan saagaman,qabeentota hangii filatamanii gara mirgaatti hiiqsa.

Icon

Man'oota Gara Mirgatti Saagi

Tarree

InsertsTarree hunda saaga.Bakki tarree filannoo wardii irratti taasifamuun murteeffama.

Icon

Tarroota Saagi

Tarjaa

Tarjaa hunda saaga.Lakkoofsi tarjaawwan saagamuuf jiranii, lakkoofsa tarjaawwan filatamaniidhaan murtaa'a.

Icon

Tarjoota Saagi